-
Baʼuu 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaanis akkana isaan jedhe: “Inni namaaf afaan tolche eenyu? Namni tokko duudaa, gurri isaa kan hin dhageenye, ijji isaa kan argu yookiin jaamaa akka taʼu kan godhu hoo eenyu? Ana Yihowaa mitii?
-