LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 23:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Namoota daadhii wayinii hedduu dhuganii wajjin,+

      Warra akka malee foon nyaatanii wajjinis hin taʼin,+

  • Fakkeenya 31:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yaa Lemuʼel, mootonni,

      Eeyyee, mootonni daadhii wayinii dhuguun isaanii,

      Bulchitoonnis, “Dhugaatiin koo eessa jira?” jechuun isaanii sirrii miti.+

       5 Kunis, dhuganii wanta labsame akka hin irraanfanneef,

      Mirga warra rakkatoo taʼaniis akka hin jalʼisneefi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi