LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 16:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haqa hin jalʼisin,+ hin loogin+ yookiin mattaʼaa hin fudhatin; sababiin isaas, mattaʼaan ija ogeessaa ni jaamsa,+ dubbii nama qajeelaas ni jalʼisa.

  • Isaayyaas 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Bulchitoonni kee mata jabeeyyii fi michuu hattootaa ti.+

      Tokkoon tokkoon isaanii mattaʼaa jaallatu, kennaa duukaas ni fiigu.+

      Ijoollee abbaa hin qabneef* haqaan hin murteessan,

      Dhimmi seeraa dubartii abbaan manaa irraa duʼees matumaa isaan bira hin gaʼu.+

  • Miikiyaas 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+

      Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+

      Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+

      Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+

      Badiisni nutti hin dhufu”+

      Jedhanii Yihowaatti amanamu.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi