Isaayyaas 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+ Isaayyaas 66:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkuma haati ilma ishii urursitutti,Anis isin urursuu koo ittan fufa;+Isinis Yerusaalemiin kan kaʼe jajjabina ni argattu.+
13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+
13 Akkuma haati ilma ishii urursitutti,Anis isin urursuu koo ittan fufa;+Isinis Yerusaalemiin kan kaʼe jajjabina ni argattu.+