Faarfannaa 137:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achitti warri nu boojiʼan faarfannaa tokko akka isaaniif faarfannu nu gaafatan,+“Faarfannaawwan Xiyoon keessaa isa tokko nuu faarfadhaa”Jedhanii nutti qoosuudhaan akka isaan bashannansiisnu barbaadan. Ermiyaas 50:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Sabni Israaʼel hoolota bittinnaaʼani dha.+ Leenconni isaan bittinneessaniiru.+ Jalqaba mootiin Asoor isaan ni nyaate;+ achiis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon lafee isaanii ni caccabse.+
3 Achitti warri nu boojiʼan faarfannaa tokko akka isaaniif faarfannu nu gaafatan,+“Faarfannaawwan Xiyoon keessaa isa tokko nuu faarfadhaa”Jedhanii nutti qoosuudhaan akka isaan bashannansiisnu barbaadan.
17 “Sabni Israaʼel hoolota bittinnaaʼani dha.+ Leenconni isaan bittinneessaniiru.+ Jalqaba mootiin Asoor isaan ni nyaate;+ achiis Nebukadnezaar* mootiin Baabilon lafee isaanii ni caccabse.+