- 
	                        
            
            Leewwota 5:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 “‘Yookiin namni* tokko raqa bineensa bosonaa qulqulluu hin taanee, raqa beeladoota qulqulluu hin taanee yookiin raqa uumama tuutaan yaaʼuu fi qulqulluu hin taanee dabalatee wanta qulqulluu hin taane kam iyyuu yoo tuqe,+ inni kana kan godhe utuu hin beekin yoo taʼe illee xuraaʼaa ni taʼa; yakkamaas ni taʼa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 44:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 “‘Isaan garaa garummaa wanta qulqulluu taʼee fi wanta kan biraa gidduu jiru saba koo haa barsiisan; garaa garummaa wanta xuraaʼaa taʼee fi wanta qulqulluu taʼe gidduu jirus isaan ni barsiisu.+
 
 -