-
Leewwota 10:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Achiis Museen, “Yihowaan, ‘Ani namoota natti dhihoo jiran gidduutti qulqulluu nan taʼa;+ guutummaa sabichaa durattis ulfina nan argadha’ jedheera” jedhee Aaronitti dubbate. Yeroo kanatti Aaron calluma jedhe.
-
-
Izraa 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, Qiiros Mootichi miʼawwan mana Yihowaa warra Nebukadnezaar Yerusaalem keessaa fudhatee mana waaqa isaa keessa kaaʼee+ ture sana gad ni baase.
-
-
Izraa 8:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Luboonnii fi Leewwonnis gara Yerusaalem gara mana Waaqa keenyaatti isaan fiduuf, meeticha, warqichaa fi miʼawwan warra isaaniif madaalaman sana ni fudhatan.
-