-
Roomaa 15:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Kanaafuu, buʼuura namni kan biraan kaaʼe irratti ijaaruu waanan hin barbaanneef, misiraachicha bakka maqaan Kiristoos beeksifametti akkan hin labsine murtoo godheen ture; 21 kunis akkuma, “Warri waaʼeen isaa itti himamee hin beekne ni argu, warri hin dhageenyes ni hubatu”+ jedhamee barreeffametti dha.
-