-
Faarfannaa 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, isin mootonni hubannaa qabaadhaa;
Isin abbootiin murtii lafaas sirreeffama fudhadhaa.*
-
-
Faarfannaa 72:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Mootonni hundi isa duratti sagadu,
Saboonni hundis isa tajaajilu.
-