Isaayyaas 40:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ulfinni Yihowaa ni mulʼata,+Foon* hundis waliin taʼee kana ni arga,+Sababiin isaas, afaan Yihowaa kana dubbateera.” Yohaannis 12:37, 38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taʼus, isaan isatti hin amanne; 38 kunis kan taʼe, wanti Isaayyaas raajichi, “Yaa Yihowaa,* wanta nu irraa dhagaʼetti* kan amane eenyu?+ Irreen Yihowaa* hoo eenyutti mulʼifame?”+ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.
5 Ulfinni Yihowaa ni mulʼata,+Foon* hundis waliin taʼee kana ni arga,+Sababiin isaas, afaan Yihowaa kana dubbateera.”
37 Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taʼus, isaan isatti hin amanne; 38 kunis kan taʼe, wanti Isaayyaas raajichi, “Yaa Yihowaa,* wanta nu irraa dhagaʼetti* kan amane eenyu?+ Irreen Yihowaa* hoo eenyutti mulʼifame?”+ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.