LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Yaa goraadee nana, tiksee koo irratti,+

      Namicha isa michuu koo taʼe irratti kaʼi.

      Tiksee sana rukuti, hoolonnis haa bittinnaaʼan;+

      Anis warra xixinnoo taʼan irratti harka koo nan kaasa.”

  • Yohaannis 11:49, 50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Haa taʼu malee, Qayyaafaan+ inni isaan keessaa tokko taʼee fi waggaa sanatti luba ol aanaa ture, akkana isaaniin jedhe: “Isin homaa hin beektan; 50 guutummaan sabichaa baduu isaa mannaa, namni tokko uummatichaaf yoo duʼe isiniif gaarii akka taʼu hin hubannee?”

  • Roomaa 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Utuma dadhaboo taanee jirruu,+ Kiristoos yeroo dursee murteeffametti cubbamootaaf duʼeera.

  • Ibroota 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Utuu akkas taʼee, addunyaan erga hundeeffamee jalqabee yeroo baayʼee dhiphachuu qaba ture. Haa taʼu malee, aarsaa ofii isaatiin cubbuu balleessuuf,+ dhuma sirnootaa* irratti yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha of mulʼiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi