1 Pheexiros 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Inni cubbuu tokko illee hin hojjenne,+ dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.+