-
Galaatiyaa 4:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Yerusaalem ishiin olii garuu bilisa dha, ishiin haadha teenya.
27 Akkana jedhamee barreeffameera: “Yaa dubartii dhabduu,* deessee hin beekne nana, gammadi; ati dubartiin ciniinsifattee hin beekne gammachuudhaan ililchi; sababiin isaas, ijoollee dubartii abbaa manaa qabdu sanaa caalaa kan ishii dhiifamte sanaa baayʼataniiru.”+
-