8 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Utuun achiin darbaa jiruu yeroon si argetti, ati jaalalaaf gaʼuu kee nan hubadhe. Kanaafuu, ani uffata koo si irra buusee+ qullaa kee nan dhokse; siif nan kakadhe, kakuus sii wajjin nan gale, atis kan koo taate.