-
2 Seenaa Baraa 26:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Ooziyaan abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis abbootii isaa wajjin isa ni awwaalan; taʼus isaan, “Inni nama dhukkuba nadaayiitiin qabame dha” jechuudhaan dirree iddoo awwaalchaa moototaatii alatti argamu keessatti isa awwaalan. Ilmi isaa Yootaamis+ bakka isaa mootii taʼe.
-