-
Mulʼata 21:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Buʼuurri dallaa magaalattii dhagaa akaakuu hundumaa gatii guddaa qabuun kan miidhagfame ture: Buʼuurri inni jalqabaa yaasphis, inni lammaffaan safiroos, inni sadaffaan kaalqidoon, inni arfaffaan imeraaldi,
-