Miikiyaas 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 ‘Halkan isinitti ni dhufa;+ mulʼata hin argitan;+Dukkanni isinitti ni dhufa malee, hooda hin dubbattan. Raajota irratti aduun ni lixxi,Guyyaanis isaanitti dukkanaaʼa.+
6 ‘Halkan isinitti ni dhufa;+ mulʼata hin argitan;+Dukkanni isinitti ni dhufa malee, hooda hin dubbattan. Raajota irratti aduun ni lixxi,Guyyaanis isaanitti dukkanaaʼa.+