Faarfannaa 110:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Guyyaa humna waraanaa kee geggeessitutti* sabni kee fedhiidhaan of dhiheessa. Tuutni dargaggoota keetii akka fixeensa barraaqa buʼuu ti. Bifti isaanii ulfina qabeessaa fi qulqulluu dha. Maatewos 4:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe. 20 Isaanis yeruma sana saaphana isaanii dhiisanii isa duukaa buʼan.+
3 Guyyaa humna waraanaa kee geggeessitutti* sabni kee fedhiidhaan of dhiheessa. Tuutni dargaggoota keetii akka fixeensa barraaqa buʼuu ti. Bifti isaanii ulfina qabeessaa fi qulqulluu dha.
19 Achiis, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe. 20 Isaanis yeruma sana saaphana isaanii dhiisanii isa duukaa buʼan.+