-
Isaayyaas 66:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Namni qotiyyoo qalu, akkuma nama nama ajjeesuu ti.+
Namni aarsaa godhee hoolaa dhiheessu, akkuma nama morma saree cabsuu ti.+
Namni kennaa dhiheessu, akkuma nama dhiiga booyyee dhiheessuu ti!+
Namni aarsaa yaadannoo godhee ixaana adii dhiheessu,+ akkuma nama dubbii moraatti fayyadamee nama eebbisuu ti.*+
Isaan daandiiwwan ofii isaanii filataniiru,
Wanta jibbisiisaa taʼettis ni gammadu.*
-