LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 7:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin utuma hattanii,+ utuma ajjeestanii, utuma ejja raawwattanii, utuma sobaan kakattanii,+ utuma Baʼaaliif aarsaa* dhiheessitanii,+ utuma waaqolii hin beekne duukaa buutanii, 10 utuma wantoota jibbisiisoo kana hundumaa raawwattaniis, gara koo dhuftanii mana maqaan koo itti waamamu kana keessatti na dura dhaabbattanii, ‘Nuti ni oolla’ jechuu dandeessuu?

  • Hisqiʼel 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “‘Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “‘Isin wanta soba taʼe waan dubbattaniif, mulʼanni keessanis soba waan taʼeef, ani isin irratti kaʼeera’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi