Iyyoob 8:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Wanti namoota Waaqayyoon irraanfatan hundumaa irra gaʼu* kana dha;Sababiin isaas, abdiin nama Waaqa hin qabnee* ni bada;14 Wanti inni amanatu gatii hin qabu,Wanti inni itti amanamus akkuma mana sarariitii dadhabaa dha.
13 Wanti namoota Waaqayyoon irraanfatan hundumaa irra gaʼu* kana dha;Sababiin isaas, abdiin nama Waaqa hin qabnee* ni bada;14 Wanti inni amanatu gatii hin qabu,Wanti inni itti amanamus akkuma mana sarariitii dadhabaa dha.