Isaayyaas 5:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Guyyaa sanatti isaan akkuma galaanaatti,Isa irratti ni gungumu.+ Namni xiyyeeffannaadhaan biyyattii ilaalu kam iyyuu dukkana nama dhiphisu arga;Duumessootaan kan kaʼe ifni illee dukkanaaʼeera.+
30 Guyyaa sanatti isaan akkuma galaanaatti,Isa irratti ni gungumu.+ Namni xiyyeeffannaadhaan biyyattii ilaalu kam iyyuu dukkana nama dhiphisu arga;Duumessootaan kan kaʼe ifni illee dukkanaaʼeera.+