Isaayyaas 48:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Yaa mana Yaaqoob,Isin warri maqaa Israaʼeliin of waamtanii+ fiBishaanota Yihudaa keessaa dhuftan,*Isin warri dhugaa fi qajeelummaadhaan taʼuu baatus+Maqaa Yihowaatiin kakattannii+ fiMaqaa Waaqa Israaʼel waammattan, kana dhagaʼaa.
48 Yaa mana Yaaqoob,Isin warri maqaa Israaʼeliin of waamtanii+ fiBishaanota Yihudaa keessaa dhuftan,*Isin warri dhugaa fi qajeelummaadhaan taʼuu baatus+Maqaa Yihowaatiin kakattannii+ fiMaqaa Waaqa Israaʼel waammattan, kana dhagaʼaa.