9 Ishiinis saboota lafaa warra gaarummaa ani isaaniif godhu hundumaa dhagaʼan hundumaa duratti anaaf maqaa gammachuu, akkasumas kanan ulfinaa fi miidhagina ittiin argadhu ni taati.+ Isaan gaarummaa fi nagaa ani ishiidhaaf kennu hundumaatiin kan kaʼe+ ni naʼu, ni hollatus.’”+