LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 18:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis mootiin Asoor Taartaanicha,* Raabsaarisichaa* fi Raabshaaqicha* raayyaa waraanaa guddaa tokkoo wajjin Laakiish+ irraa gara Hisqiyaas Mooticha isa Yerusaalem keessa jiruutti ni erge.+ Isaanis gara Yerusaalemitti ol baʼanii boʼoo bishaan kuufamaa isa olii bira, jechuunis daandii guddaa isa gara maasii namicha uffata miiccuutti geessu bira dhaabbatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi