Mulʼata 21:25, 26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Achi keessa halkan waan hin jirreef, karrawwan ishii matumaa guyyaadhaan hin cufaman.+ 26 Isaan ulfinaa fi kabaja sabootaa gara ishiitti ni fidu.+
25 Achi keessa halkan waan hin jirreef, karrawwan ishii matumaa guyyaadhaan hin cufaman.+ 26 Isaan ulfinaa fi kabaja sabootaa gara ishiitti ni fidu.+