Isaayyaas 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+ Isaayyaas 48:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Baabilon keessaa baʼaa!+ Kaladoota jalaas baqadhaa! Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+ Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+ Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+
3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+
20 Baabilon keessaa baʼaa!+ Kaladoota jalaas baqadhaa! Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+ Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+ Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+