Hojii Ergamootaa 7:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+ Efesoon 4:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Kana malees, hafuura Waaqayyoo isa qulqulluu, isa guyyaa furii sanaan bilisa itti baataniif+ chaappaan ittiin isinitti godhame+ sana hin gaddisiisinaa.+
51 “Isin namoota mata jabeeyyii, garaan keessanii fi gurri keessan didaa taʼe* nana, isin yeroo hundumaa hafuura qulqulluu mormitu; isinis wantuma abbootiin keessan godhan gootu.+
30 Kana malees, hafuura Waaqayyoo isa qulqulluu, isa guyyaa furii sanaan bilisa itti baataniif+ chaappaan ittiin isinitti godhame+ sana hin gaddisiisinaa.+