Anbaaqom 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni dhaabbatee lafa ni sochoose.+ Yeruma tokko ilaaluudhaan saboonni akka utaalan ni godhe.+ Gaaronni bara baraa ni caccaban,Tabbawwan bara duriis ni gombifaman.+ Daandiiwwan bara durii kan isaa ti.
6 Inni dhaabbatee lafa ni sochoose.+ Yeruma tokko ilaaluudhaan saboonni akka utaalan ni godhe.+ Gaaronni bara baraa ni caccaban,Tabbawwan bara duriis ni gombifaman.+ Daandiiwwan bara durii kan isaa ti.