- 
	                        
            
            Isaayyaas 66:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        3 Namni qotiyyoo qalu, akkuma nama nama ajjeesuu ti.+ Namni aarsaa godhee hoolaa dhiheessu, akkuma nama morma saree cabsuu ti.+ Namni kennaa dhiheessu, akkuma nama dhiiga booyyee dhiheessuu ti!+ Namni aarsaa yaadannoo godhee ixaana adii dhiheessu,+ akkuma nama dubbii moraatti fayyadamee nama eebbisuu ti.*+ Isaan daandiiwwan ofii isaanii filataniiru, Wanta jibbisiisaa taʼettis ni gammadu.* 
 
-