Maatewos 5:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Ani garuu isinitti nan hima, matumaa hin kakatinaa;+ samiitti hin kakatinaa, inni teessoo Waaqayyoo ti; 35 lafattis hin kakatinaa, ishiin ejjeta miila isaa ti;+ yookiin Yerusaalemitti hin kakatinaa, ishiin magaalaa Mootii isa guddaa ti.+
34 Ani garuu isinitti nan hima, matumaa hin kakatinaa;+ samiitti hin kakatinaa, inni teessoo Waaqayyoo ti; 35 lafattis hin kakatinaa, ishiin ejjeta miila isaa ti;+ yookiin Yerusaalemitti hin kakatinaa, ishiin magaalaa Mootii isa guddaa ti.+