-
Faarfannaa 50:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waaqni keenya ni dhufa, calluma jechuus hin dandaʼu.+
-
-
Ermiyaas 25:32, 33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
‘Kunoo, badiisni tokko saba irraa gara sabaatti babalʼachaa jira,+
Bubbee cimaan tokkos andaara lafaa hundumaa irraa ni gadhiifama.+
33 “‘Guyyaa sanatti warri Yihowaan ajjeese andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti ni argamu. Isaaniif hin booʼamu, isaan walitti hin qabaman yookiin hin awwaalaman. Lafa irrattis akkuma dikee taʼu.’
-