LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 11:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Booyyeen+ kotteen isaa baqaqee lamatti kan hirame taʼus alala hin guuru. Inni isiniif xuraaʼaa dha. 8 Foon isaanii irraa isa kam iyyuu hin nyaatinaa yookiin raqa isaanii hin tuqinaa. Isaan isiniif xuraaʼoo dha.+

  • Isaayyaas 65:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Isaan iddoowwan awwaalchaa gidduu ni taaʼu,+

      Iddoowwan dhokatoo* keessas ni bulu,

      Foon booyyee ni nyaatu,+

      Maraqiin wantoota jibbisiisoo* taʼaniis distiiwwan isaanii keessa jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi