Ibroota 2:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akkasumas, “Ani amanannaa koo isa irra nan kaaʼadha”+ jedheera. Itti dabalees, “Kunoo, anaa fi ijoollee Yihowaan* naaf kenne”+ jedheera.
13 Akkasumas, “Ani amanannaa koo isa irra nan kaaʼadha”+ jedheera. Itti dabalees, “Kunoo, anaa fi ijoollee Yihowaan* naaf kenne”+ jedheera.