LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 13:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Raajiin yookiin namni abjuudhaan waaʼee wanta gara fuulduraa ilaalu tokko si gidduudhaa kaʼee mallattoo yoo kenne yookiin raajii tokko yoo dubbate, 2 mallattoon yookiin raajiin inni sitti hime yoo raawwatame, innis, ‘Waaqolii kan biroo’ warra ati hin beekne, ‘duukaa buunee isaan haa tajaajillu’ yoo jedhe, 3 Waaqni keessan Yihowaan garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan Waaqa keessan Yihowaa jaallachuu fi dhiisuu keessan beekuuf+ isin qoraa waan jiruuf,+ wanta raajichi yookiin namni abjuu abjuʼatu sun dubbate hin dhagaʼinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi