2 Seenaa Baraa 35:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kana hundumaa booda, Yosiyaas mana qulqullummaa* qopheessee yommuu xumurutti, Nekoon+ mootiin Gibxii Kaarkemiish ishii laga Efraaxis biratti argamtutti waraanaaf ni dhufe. Achiis Yosiyaas isa loluuf baʼe.+
20 Kana hundumaa booda, Yosiyaas mana qulqullummaa* qopheessee yommuu xumurutti, Nekoon+ mootiin Gibxii Kaarkemiish ishii laga Efraaxis biratti argamtutti waraanaaf ni dhufe. Achiis Yosiyaas isa loluuf baʼe.+