-
2 Mootota 19:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kunoo, ati mootonni Asoor biyyoota sana hunda balleessuudhaan wanta isaan irratti raawwatan dhageesseetta.+ Ati qofti kan ooltu sitti fakkaataa?
-
-
2 Mootota 19:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Mootiin Hamaat, mootiin Arpaad, mootiin magaalota Sefaarwaayim, mootiin Heenaa fi mootiin Iiwaa+ meerre?’”
-