18 Innis dhiiga sana irraa muraasa isaa gaanfota iddoo aarsaa dunkaana walgaʼii keessa Yihowaa dura jiru sanaa ni diba;+ dhiiga isa hafe hundumaa immoo iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu isa balbala dunkaana walgaʼii duratti argamu jalatti ni dhangalaasa.+