-
2 Mootota 18:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Waaqolii sabootaa keessaa biyya isaa harka mootii Asoor jalaa kan oolche jiraa? 34 Waaqoliin Hamaatii fi Arpaad meerre? Waaqoliin Sefaarwaayim, Heenaa fi Iiwaa meerre? Isaan Samaariyaa harka koo jalaa oolchaniiruu?
-
-
2 Seenaa Baraa 32:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Tajaajiltoonni isaa Yihowaa isa Waaqa dhugaa taʼe irrattii fi tajaajilaa isaa Hisqiyaas irratti qoosuu isaanii itti fufan.
-
-
2 Seenaa Baraa 32:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Isaan akkuma waaqolii saboota lafa irraa warra hojii harka namaa taʼan irratti dubbatanitti, Waaqa Yerusaalem irrattis ni dubbatan.
-