27 Kana malees, Isaayyaas sagalee guddaadhaan waaʼee Israaʼel akkana jedheera: “Lakkoofsi ilmaan Israaʼel akka cirracha galaanaa yoo taʼe iyyuu, warra isaan irraa hafan qofatu oola.+ 28 Sababiin isaas, Yihowaan lafa irratti ni murteessa, kanas yeroo gabaabaa keessatti ni raawwata.”+