2 Mootota 18:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Hisqiyaas Mootichi mootii taʼee waggaa 14ffaa isaatti, Senaaheriib mootiin Asoor+ gara magaalota Yihudaa warra dallaa dhagaa qaban hundumaa dhufee isaan qabate.+ Isaayyaas 10:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Kunoo, Asoorota,+Warra ulee dheekkamsi koo ittiin ibsamu taʼanii+ fiHarcummeen balaaleffannaa koo ibsu harka isaanii irra jiru!
13 Hisqiyaas Mootichi mootii taʼee waggaa 14ffaa isaatti, Senaaheriib mootiin Asoor+ gara magaalota Yihudaa warra dallaa dhagaa qaban hundumaa dhufee isaan qabate.+
5 “Kunoo, Asoorota,+Warra ulee dheekkamsi koo ittiin ibsamu taʼanii+ fiHarcummeen balaaleffannaa koo ibsu harka isaanii irra jiru!