2 Mootota 19:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+
35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+