LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 22:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis mootichi Doʼeegiin,+ “Ati itti garagaliitii luboota kana rukuti!” jedhe. Doʼeeg Edoomtichis+ yeruma sana deemee ofuma isaatiin luboota sana rukute. Inni guyyaa sanatti namoota efuudii quncee talbaa irraa tolfame uffatan 85 ni ajjeese.+ 19 Kana malees, inni Noob+ magaalaa luboota kanaa goraadeedhaan ni rukute; dhiiraa fi dubartii, ijoollee fi daaʼima, qotiyyoo, harree, hoolaa utuu hin jedhin goraadeedhaan ni ajjeese.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi