-
Ermiyaas 44:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Dhiironni haadhotiin manaa isaanii waaqolii kan birootiif aarsaa dhiheessaa akka turan beekan hundii fi haadhotiin manaa achi dhaabbachaa turan hundi, warri tuuta guddaa taʼan, akkasumas namoonni biyya Gibxii,+ jechuunis Phaatros+ keessa jiraachaa turan hundi akkana jedhanii Ermiyaasiif deebisan:
-