Ermiyaas 50:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sababiin isaas, kunoo ani biyya kaabaa irraa yaaʼii saboota guddaa tokko kaaseeBaabilon irratti nan fida.+ Isaan waraanaaf tarree galanii ishiitti ni dhufu;Ishiinis achiin ni qabamti. Xiyyawwan isaanii akkuma xiyya loltuu ti,Ijoollee malee isaan hambisu;+Isaan buʼaa malee hin deebiʼan. Ermiyaas 51:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Saboota ishii irratti ramadaa,*Mootota Meedon,+ bulchitoota ishii fi bulchitoota ishii warra gad aanoo hundumaa,Akkasumas biyyoota isaan jalatti bulan hundumaa ishii irratti ramadaa.
9 Sababiin isaas, kunoo ani biyya kaabaa irraa yaaʼii saboota guddaa tokko kaaseeBaabilon irratti nan fida.+ Isaan waraanaaf tarree galanii ishiitti ni dhufu;Ishiinis achiin ni qabamti. Xiyyawwan isaanii akkuma xiyya loltuu ti,Ijoollee malee isaan hambisu;+Isaan buʼaa malee hin deebiʼan.
28 Saboota ishii irratti ramadaa,*Mootota Meedon,+ bulchitoota ishii fi bulchitoota ishii warra gad aanoo hundumaa,Akkasumas biyyoota isaan jalatti bulan hundumaa ishii irratti ramadaa.