- 
	                        
            
            Ermiyaas 51:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
33 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
“Intalli Baabilon akkuma oobdii ti.
Yeroon ishiin humnaan itti dhidhiitamtu amma dha.
Yeroo gabaabaa keessatti yeroon makaraa ishii ni dhufa.”
 
 -