2 Mootota 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe. 2 Mootota 18:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Akkasumas, hamma Gaazaa fi hamma naannoowwan ishiitti deemuudhaan, masaraa eegumsaa irraa jalqabee hamma magaalaa dallaa dhagaa qabduutti* Filisxeemota+ ni moʼe.
18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe.
8 Akkasumas, hamma Gaazaa fi hamma naannoowwan ishiitti deemuudhaan, masaraa eegumsaa irraa jalqabee hamma magaalaa dallaa dhagaa qabduutti* Filisxeemota+ ni moʼe.