-
Ermiyaas 48:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 “‘Baaxiiwwan Moʼaab hundumaa irratti,
Addabaabayiiwwan ishii hundumaa keessattis,
Gadooduu qofatu dhagaʼama.
Sababiin isaas, ani akkuma hubboo gatameetti
Moʼaabiin cabseera’ jedha Yihowaan.
-