LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isaan yommuu jalqaba achi jiraachuu eegalan Yihowaa hin sodaatan* turan. Kanaafuu, Yihowaan isaan gidduutti leencota erge;+ leenconni sunis isaan keessaa namoota muraasa ni ajjeesan. 26 Yeroo kanatti namoonni, “Saboonni ati biyya isaaniitii baastee magaalota Samaariyaa keessa qubachiiste Waaqni biyyattii akkamitti akka waaqeffatamu* hin beekan. Kanaafuu, tokkoon isaanii illee Waaqni biyyattii akkamitti akka waaqeffatamu waan hin beekneef, inni leencota isaan ajjeesan isaan gidduutti ergaa jira” jedhanii mootii Asooritti himan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi