Miikiyaas 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa gaarota nana, yaa hundeewwan lafaa warri ciccimoo taatan,Falmii seeraa Yihowaa dhagaʼaa,+Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa wajjin falmii seeraa qaba;Inni saba Israaʼeliin ni falma:+ Yaaqoob 4:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Waaqayyotti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.+ Isin cubbamoonni, harka keessan qulqulleessaa;+ isin warri yaada dhaabbataa hin qabne, garaa keessan qulqulleessaa.+
2 Yaa gaarota nana, yaa hundeewwan lafaa warri ciccimoo taatan,Falmii seeraa Yihowaa dhagaʼaa,+Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa wajjin falmii seeraa qaba;Inni saba Israaʼeliin ni falma:+
8 Waaqayyotti dhihaadhaa, innis isinitti ni dhihaata.+ Isin cubbamoonni, harka keessan qulqulleessaa;+ isin warri yaada dhaabbataa hin qabne, garaa keessan qulqulleessaa.+